Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa caalbaasii sharafa alaa boru gaggeessuuf Akka Capital Ethiopia gabaasetti Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa caalbaasii sharafa alaa marsaa 33ffaa boru Kibxata gaggeessa. Baankichi caalbaasii idilee marsaa 32ffaa doolaara miliyoona 140 itti dhiyees…