Qisaasamni heeraa #Somaaliyaa itti fufe; Abbootiin Seeraa biyyattii jaha Dhaddacha Mana Murtii Gamtaa Biyyoottan #Afriikaa Bahaatti Mootummaa Somaaliyaa himatan Finfinnee, Sadaasa 23, 2026: Abbootiin Seeraa Mana Murtii Walii Galaa Somaaliyaa jaha mootummaan biyyatti heera biyyaa…