Oduu Gammachiisaa Mana keessanitti, Bakka hojiitti, yeroo feetanitti, hojii yookiin barumsa keessanii waliin bilbila 📱 keessan fayyadamuun qur'aana qara'uu akka dandeessan ni beektu? Qur’aana Rabbii qara’uun daldala kasaaraa hin qabne. Qur’aana qara’uun irra caalaa daldalaati,…