Dhiiraa fi Dubartiin Miira Jaalalaa Malee Hiriyyaa Dhugaa Ta’anii Jiraachuu Ni Danda’uu? 🤔💬 Jireenya keessatti hiriyyummaan kennaa guddaadha. Namoonni hedduun hiriyyaa dhugaa kan iccitii itti himatan, kan waliin kolfanii fi rakkoo walii hiran qabaachuu barbaadu. Haa ta’u malee…