WBO'n Gujii Haroo Walaabuutti hidhamtoota Oromummaan yakkamanii hidhaman hidhaa irraa baase! WBO'n bilisa baasaadha!
@fanasinbra (opens in Telegram, new tab)
A channel reporting on political and military conflicts in the Oromia region.
Urgent news updates from Brazil in Portuguese cover regional political developments, security incidents, cyber attacks on major international corporations, and local economic news. Around 22,000 people read the channel for breaking reports on conflicts, labor disputes, and statements from prominent political figures.
22,126
subscribers
subscribers
22.1K
Growth (7 days)
−67
Avg. post reach
3.4K
Engagement (ERR)
15.4%
Recent public posts from @fanasinbra with live view counts
WBO'n Gujii Haroo Walaabuutti hidhamtoota Oromummaan yakkamanii hidhaman hidhaa irraa baase! WBO'n bilisa baasaadha!
You might also like these communities
WBO Kibbaa
5.4K
subscribers
Posts per day
4.0
Citation index
3.6
Zoonii Lixaatti miseensota haaraa marsaa Risaan moggaafame leenjii waraanaa fi siyaasaan kennaa ture Sadaasa 22/2026 eebbisiisuun gurmuu WBOtti dabalamani jiru. Keenya Olumaa ABO-WBO'n Haa Waaru
Yaadde beektaa Oromoon humna isa gituu akkasiin dirree isaa keessatti ni leenjifata jette? ABO-WBO'n Haa Waaru
#Oduu_Ethio_Ertreahttps://t.me/+PUJ21xjilkw3MjY0 Mootummaan Eertiraa humna waraanaa dabalataa kuma hedduu ta'u naannolee #Sembel hanga #Gual_Gemhalo, kanneen naannoo magaalaa #Badmee argamanitti bobbaasuun gabaafame. Dhaabbanni oduu AFP akka gabaasetti, Eertiraan naannoo Badmee…
Dabareen Meshaa Waraana Ammayyaa Argiisifachu Eritrea Ta'e Jira. Paayiletotni humna qilleensaa Eritrea tapha seenuuf waan qaama ho'ifataa jiran fakkaatu! Duratti jenna!
Dhaabbata Faayinaansi biyyaatti Cyber rakkiisaa jira jennaan haala daawwachaa jirru tokkotu jira. Imalli keenya itti fufa 👌
Sudaan loltoota dabalataa kumaatamaan lakkaawaman gara naannoo Bluu Naayilii keessattuu gara daangaa Itoophiyaatti ergiteetti. Lola kaleessa dheengadda ta'eenis madoon waraanaa Itophiyaa dhibbootan lakkawaaman hospitaala Asoosaa guutaan jiru.
Wa'raanni Bil'isummaa Oromoo Zoonii Har-sadee Sadaasa 21/2026 Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaatti diina ha'leelun kanneen suuran mul'atu kana dugda isheerraa hiikeera. Mirgi Booji'aamaa Seeraan Eegamaadha!
@limafoxtrotfoxtrotChannel📰 News & Media
4K
subscribers
Be the first to review this channel
No reviews yet. Share your experience to help others decide.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯ODEEFFANNOO BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university
596.6K
subscribers
This channel provides news updates and reports concerning Ethiopia and the Oromia region.
29.3K
subscribers
This channel provides regular news updates and reports.
23.6K
subscribers
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights…
134.6K
subscribers
Buy ads: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii Contact us @Burqasupport
198.3K
subscribers