🚨Oduu Gammachiisaa || 💣💣 Arsanaal koontiraata Maartiin ØDEGAARD haaromsuuf hojjechaa jira! Maartiin Arsanaal keessatti koontiraata isaa akka haaromsu abdii qaba. Yeroo ammaa kana Arsanaal waan kana itti dhimmamee hojjechaa jira. [#Di_Marzio] 𝐒𝐔𝐁𝐒𝐂𝐑𝐈𝐁𝐄 #𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 @Or…