Kabajamtoota Maamiltoota Keenya: Qajeelfama Baankiin Biyyoolessaa Itoophiyaa baaseen, herreega baankii keessanii sochoosuuf waraqaa eenyummaa Dijitaalaa (Faayidaa) waliin wal simsiisuutu isin irraa eeggama. Haaluma kanaan Maamiltoonni keenya hanga ammaa herrega Baankii keessanii…