Oduu Ammee!! Itoophiyaan dipiloomaatoonni Eertiraa sa'aa 48 keessatti Itoophiyaa keessaa akka bahan beeksiiste!! Akkasumaas Embassy Itoophiyaa Asmaraatti argamu akka cufamuus beekkamee jira!! Tarkaanfiin kun erga eda dhoohinsi guddaan gudditti Oromiyaa Finfinneetti mudatee booda…