Ummanni Seenaa Isaa Hin Beekne Eenyummaa Isaas Hin Beeku, Egeree Isaas Ijaaruu Hin Danda'u! **** Seenaa beekuun waan kaleessa ta’e hubachuuf, haala har’aa sirriitti ilaaluuf, akkasumas egeree keenya karaa gaariin qajeelchuuf nu gargaara. Namni fuulduratti tarkaanfachuu barbaadu…