Media post
@shaafiimuhammad99 (opens in Telegram, new tab)
Tafsiira dabalatee darsii Ustaaz Shaafii hunda asirraa arkattan.
Islamic teachings and spiritual reflections encourage believers to maintain sincerity in daily life, patience during hardship, and humility in seeking knowledge. Verses and traditional sayings focus on purifying intentions away from worldly greed.
21,642
subscribers
subscribers
21.6K
Growth (7 days)
+12
Avg. post reach
3.4K
Engagement (ERR)
15.8%
Recent public posts from @shaafiimuhammad99 with live view counts
Media post
You might also like these communities
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯ODEEFFANNOO BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university
Posts per day
0.7
Citation index
6.7
Media post
Rabbiin kee ﷻ wantootaa fii haala kee jechoonni ibsuu dadhaban hunda ni arga ni dhagaya. Waan ati namoota akkaan sitti dhihootirraayillee dhoksitu hunda beeka. Isatti dhihaachuu fii haajaa tee abaada isaa fidachuun tasgabbaa'i. Rabbiin ﷻ goonkuma garbicha isarra kaa'atee isatti…
Rabii'i Ibn Khuseeymi-Rahimahullaah du'aa'ii isaa keessatti "Yaa Rabbi! haajaa si malee nam-tokkottillee himachuun hin taaneen si qofatti himadhaa ( haajaa na baasi)" kan jedhu ture. «أَشْكُو إِلَيْكَ حَاجَةً لَا يَحْسُنُ بَثُّهَا إِلَّا إِلَيْكَ» 📚 [حلية الأولياء(٢/١٠٩)] 📚 Ju…
Yaa saahibii! Qalbii rabbirraa ﷻ jaalattu kan qooda isiif kenname amanfattu isa kadhadhu. Osoo waan hawwe hunda argatee illee nama waan rabbiin ﷻ isaaf qoode hin jaalannee fii amanfatee hin qeeballe caalaa namni jiruun itti boorooytuu fii dhiphattu hin jirtu. Jumadal Sani 5,1448H
Qalbiin Rabbitti ﷻ yaada bareeffattu ( zannii toltu) goonkumaa hoongooytee hin beektu. Rabbii keessanitti ﷻ zannii tolfadhaa.
Namootaa wajjiin taa'uu heddummeeysuun haasawa isaan duniyaarraa haasawan,cinqii duniyaa isaanii,hawwii fii khaayyoo duniyaa isaanii isaanirraa dhaggeeffachuun osoo ati hin beekne keessa kee jijjiirti. Qalbii bakka haasawaa ittiin seenteen osoo hin tan biraa goggooyduu bolola du…
« Yaa Rabb! Siif jechaan qur'aana baradhee haffazee barsiise" jettee eegas= sobdee jirta. Akka haafiza siin jedhaniif haffazdee,siin jedhamee jira. Gara ibiddaa shorrooysaa" siin jedhamu akkam ta'uuf teeysa yaa haafiza qur'aanaa kan niyyaa bade. « Kan qur'aana haffazee fii kan w…
@SammaanChannel🎵 Music
8.6K
subscribers
@ifaaislaamaaChannel🕉️ Religion & Spirituality
542
subscribers
@hadithofficialChannel🕉️ Religion & Spirituality
12.3K
subscribers
@ibrahim_almdeheshChannel
Be the first to review this channel
No reviews yet. Share your experience to help others decide.
596.7K
subscribers
A channel sharing YouTube links and political commentary in Oromo.
8.3K
subscribers
Asbeks.com Whether you’re looking to grow your brand, complete projects, or earn money during your free time, Asbeks is your go-to platform. Join today and tur…
55.6K
subscribers
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights…
134.6K
subscribers
This channel posts Islamic religious teachings, lessons, and updates about scholars.
7.2K
subscribers
Islamic educational messages, spiritual reminders, and supplications.
12.3K
subscribers
23.2K
subscribers