Mahmoud Darwish Akkana jedhe "Namni Hundi Akka Na Gane Sitti Himuufin ka'e Ture.! "Nama Hunda Sadaadhe Si Qofa Amanu akkan Eegales Sitti Himuufin ka'e ture.! Simalee Nama biraa Akkan hin qabnes sitti himuufin ka'e ture.! "Garuu Osoon Ani Sitti hin himin Dura Ati Na Gante🥺 Mahmo…