Dhugaa Seenaa Dhoksuun Haqa Awwaaluudha *** Seenaa qorachuun madaa durii banuu osoo hin taane, dhugaa jiru hubachuu fi dogoggora darbe irraa barachuudha. Qur’aanni seenaa ummatoota durii akka qorannu, irraa barannu fi jireenya keenya keessatti akka itti fayyadamnu nu gorsa. Seen…