✅Baga Hundeeffama waldaa duuka bu'oota waggaa 15ffaa nagaan geessan 👏 Hordoftootni amantaa kiristaana ortodoksii tawahidoo,dubbattootni afaan oromoo baga gammadaan. Waldaa duuka bu'oota tajaajila afaan oromoo,akka babbal'aatu,Sabni kamuu afaan ormaa irraa afaan isan akka waaqef…