#TETANASIIN MAALI? Tetanasiin infeekshinii baakteeriyaa biyyee keessatti argamuun dhufudha. Baakteeriyaan kunis karaa madaa ykn uraa gogaa gara qaama keessaatti gala. Baakteriyaan kun kutaa qaama keenya keessaa kan sammuu hubudha. #MALLATTOOlEE 👉Maashaaleen qoonqoofi mormaa gog…