https://t.me/mwujemea
@mwumus (opens in Telegram, new tab)
This channel posts Islamic student announcements, religious reminders, and community events.
1,205
subscribers
subscribers
1.2K
Growth (7 days)
—
Avg. post reach
614
Engagement (ERR)
51%
Posts per day
📈 We started tracking this channel recently. The growth chart appears after a couple of days of data.
👀 Reach history is being collected. Check back tomorrow.
Recent public posts from @mwumus with live view counts
https://t.me/mwujemea
You might also like these communities
🚀 Daily Market Analysis & Trading Updates 📈 Live Market Insights • Educational Content #Trade #Signal #Recover #Quotex #Deep #Trading 🎯 Smart Trading | Prop…
15.6K
subscribers
0.3
Citation index
0.0
As wr wb akkam jirtan nagaa keessanii? baga jiraattan jechaa barattoota keenya kabajamoo:- Dhimma finance bara darbe jechuun 2018 xumura irratti jama'aaf niyyannee gallee fi kan guyyaa sagantaa WELCOME barattoota haaraa irratti niyyattan namoota hanga ammaatti raawwattaniin jzk…
# Barbaachisummaa yeroo by ustz. Jamaal Badrii | MWUMSJ https://youtube.com/watch?v=BgXghVWH_WM&si=KlXdJfqjFDjoTcek
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'…
Assalamualaikum wrahmatullah wabarakaatuh ODUU SIMBRTUU Egaa guyyaa borii jechuun dilbata (sanbata guddaa) Sagantaa leenjii jama'aa barattota muslimaa yuniversity madda walaabutin qophaaye kan mata dureen isaa DAANDI MILKAA'INAA jedhu Hundi keessan irratti Argamtani qooda Akka i…
Jama’aan Barattoota Muslimaa Yuunivarsiitii Madda Walabuu barattoota Muslimaa haaraa yuunivarsiitichatti makaman simachuuf sagantaa simannaa addaa qopheessuun gaggeesse. Guyyaa hardhaa jechuunis (15/02/2019) Magaalaa roobee galma abbaa gadaa keessatti jama'aan barattootaa muslim…
BE READY FOR YOUR ...........
Assalamualaikum wrahmatullah wabarakaatuh Akkam Ngh jirtu? Egaa kun SAGANTAA SIMANNAA Barattota Freshman Kan jama'aa barattota muslimaa yuniversity madda walaabutin Qophaayedha ✓Sagntaa Ulamaa'ota gurguddon irratti Argaman waan ta'eef hundi keessan barattonni wagga 1ffaa hanga 5…
Be the first to review this channel
No reviews yet. Share your experience to help others decide.
100 % Free Options Trade With Upto 95% Accuracy in Trading 🔥 Banknifty, Nifty, Stock Option Calls with proper Technical analysis💚? India's best channel for O…
227.3K
members
A group dedicated to discussions and information regarding futures and options trading.
285.3K
members
Swap any crypto → @transact! 💌 @dope Join our Twitter: x.com/crypto__tg by @telelabs www.crypto.tg #Crypto #Bitcoin #Ethereum #Crypto 🪙 #Traders 📈 #Pavel 👤…
89.3K
members
Full swing signals only in this channel! 🏌🏻♂️
24.5K
subscribers
Global Capital Investment Building trust through transparency and informed investing. Forex & Financial Market Insights Market Research Trading Analysis • Inve…
92.1K
subscribers