QORMATAA SHURUXAA DEBII SIRRII TA,EE BARRESSII 1//sheknii kitaba SHURUXAA kana nuf baressee maqaan isaa enyuu?? debii...Sheek muhammad bin abdul wohab bin suleyman attamimiy 2//Sheknii kitaba kana nuf barressee baraa meqatti dhalatee Bara meqattii du,ee #debii bara 1115 dhalatan…