Seera Uumamaa Kan itti fuferraa Uumama guyyaa Wiixataa Wiixanni jecha afaan Gii’izitiin “sannuuyi” kan jedhamu yoo ta’u, hiikoon isaas 2ffaa jechuudha. Waaqayyo guyyaa Wixataa sa’aatii duraatti halkan Bantii uume. Bantii jechuunis baaxii samii jechuudha. bantii kana immoo samii…