Akkam jirtu maatiwwan, harra kitaaba mammaksa Afaan Oromo jedhu kana miidhagsinee isiniin geenyu jirra, gaafii maatiwwan Keenya hedduu irratti hundoofne, mammaksa 500+ ol, haala hawwataafi miidhagaa dubbisuuf mijataa taheen isinitti jabaa. Baayyee itti gammaddu jennee yaanna Mee…