🚨 Samsung Quick Share irratti amala haaraa fiduuf jira📱 Samsung update One UI 9.5 keessatti amala haaraa “Tap to Share” jedhu fiduuf akka jiru gabaafameera. Amalli kun bilbiloota lama walitti dhiyeessuun qofa faayiloota salphaatti akka waljijjiiran ni taasisa. 📲 Akkaataa itti…