Konkolaataan akka qabeenya socho’aa idilee tokkootti osoo hin taane, akka “qabeenya socho’aa addaa” (Special Movable Property) ti kan ilaalamu waan ta’eef, dabarsi qabeenyummaa isaa seera duratti bu’a qabeessa ta’uuf waliigalteen isaa gurgurtaa isaa qaama mootummaa dhimmi ilaall…