📩 Amaloota Hamaa Gaa’ela Keessan Miidhan 15 (Bad Habits That Damage Your Marriage) 🔥 Gaa’ela tokko diiguuf yeroo hunda rakkoon guddaan uumamuu hin qabu. Yeroo baay’ee amala xixiqqoo guyyaa guyyaan irra deddeebi’aman, jaalala, wal-amantaa fi kabaja hir’isuudhaan gaa’ela suuta s…