Livarpuul injifannoon galeera Tapha eeggamaa Pirimeer Liigii Inglaand Livarpuul fi Maanchister gidduutii taasifame olaanttummaa Livarpuul 4fi0 xummurameera. Goolliwwan Livarpuul Zoobozlaay, Flooriyaan Viirtz, Royoo Ingomowaan fi Viktoor Munooz lakkoofsisaniiru. Maanchister Yunaaโฆ