FILANNOO KEE TOLFDHU — KEESSATTUU BULTII KEESSATTI🌸🌸 🌿 SHEER GODHAA, EEGALAA ERGAA BARBAACHISAADHA 🌿 🌸Bultiin jireenya namaa keessatti murtii fi filannoo guddaa keessaa isa tokko dha. Namni tokko hojii isaa jijjiirachuu danda’a; bakka jireenyaa jijjiirachuu danda’a; hiriyya…