Addunyaa kanarraa namni miidhaman nama of keessatti hafeedha. Bahi muldhadhu! Ykn baasii muldhisi. Irra caalaan dhala namaa kan miidhamee tarree namootaatti ba'uuf waan keessoo isaa jiru kallatti itti baasee fayyadamu ykn Addunyaa fayyadu gaafa dhabuudha. Kennaan keessoo kee jir…