Level 5 leadership. Yeroo ammaa kana, addunyaan keessa jirru kuni,bifti hooggansa isii Level 5 jedhamee beekkama,kan kana sochoosuu dandahu immoo"Generation Alpha"warra tahaniidha. ila Dhalootni hundi mallattoo mataa isaatiifi gahee mataa isaa qaba,dhalootni kufaadha jedhamu tok…