โ ๏ธ #OF_EEGGANNOO: Nageenya Account Keessanii Eggadhaa! โ ๏ธ Hordoftoota koo kabajamoo, nageenyi herrega (account) keessanii hunda dursa. Yeroo ammaa kanatti namootni karaa adda addaa account keessan hatuuf yaalan baay'achaa jiru. Kanaaf, balleessaa fi miidhaa irraa of eeguuf qajeeโฆ