📢 𝑶𝑫𝑑𝑼 𝑮𝑨𝑑𝑴𝑨𝑪𝑯𝑰𝑰𝑺𝑨𝑨! 📢 𝑯𝒂𝒍𝒒𝒂𝒂𝒏 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒇𝒂𝒂𝒓 bifa idileetiin (lafarratti) magaalaa Jimmaa keessatti barattoota kumaatamaan lakkaa'aman fanniiwwan barnoota Islaamaa guutuu barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama. 𝑨𝒍𝒉𝒂𝒎𝒅𝒖𝒍𝒊𝒍𝒍𝒂𝒉! Amma im…
@Awel_Kasim_Channel (opens in Telegram, new tab)
Wanti Guddaan Nuti Irratti Xiyyeeffannu. 1. Tokkichummaa Uumaa Keenyaati. 2. Bareedina Islaamummaati. 3. Dhugummaa Islaamummaati. 4. Nabiyyummaa Nabiyyii Muhammad ﷺ Kana Irratti Dabalataan Waa'ee Amantiilee Biroos Fedha Rabbiitiin Keessa Deemnee Wal Ba
Comparative religion lessons and discussions on Islamic teachings are shared in Oromo for an audience of over a thousand followers. The posts focus on Islamic theology, beliefs about Jesus across different faiths, and community study updates.
10,394
subscribers
subscribers
10.4K
Growth (7 days)
−15
Avg. post reach
—
Engagement (ERR)
—
👀 Reach history is being collected. Check back tomorrow.
Recent public posts from @Awel_Kasim_Channel with live view counts
📢 𝑶𝑫𝑑𝑼 𝑮𝑨𝑑𝑴𝑨𝑪𝑯𝑰𝑰𝑺𝑨𝑨! 📢 𝑯𝒂𝒍𝒒𝒂𝒂𝒏 𝑨𝒃𝒃𝒂𝒂 𝑱𝒊𝒇𝒂𝒂𝒓 bifa idileetiin (lafarratti) magaalaa Jimmaa keessatti barattoota kumaatamaan lakkaa'aman fanniiwwan barnoota Islaamaa guutuu barsiisaa jiraachuun isaa ni beekama. 𝑨𝒍𝒉𝒂𝒎𝒅𝒖𝒍𝒊𝒍𝒍𝒂𝒉! Amma im…
You might also like these communities
Posts per day
0.1
Citation index
0.0
𝐍𝐀𝐌𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐁𝐀𝐑𝐀𝐂𝐇𝐔𝐔 𝐁𝐀𝐑𝐁𝐀𝐀𝐃𝐔𝐔𝐅❕ 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐨𝐥 𝐁𝐢𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐍𝐚𝐦𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐅𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐮𝐮𝐟 𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚. 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐮𝐮 𝐛𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐮𝐮⁉️…
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒆𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 الحمد لله رب العالمين 🤲 Gammachuu guddaadhaan isin beeksisna! 🎉 Tola Rabbiitiin ergasii deeggarsa keessaniin fuulli Telegram keenya hordoftoota 1,000 (1️⃣🔠) ga'eera. Kun milkaa'ina…
𝐀𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚 Kiristaanummaan Amantii Seemii Kan Addunyaa Guutuu keessa Hordoftoota Bili'oona lama qaba jedhamuudha. Kiristaanummaan maqaa isaa Iyyasuus Kiristoos (NIJ) irraa fudhate. Iyyesuus (NIJ) Islaamummaa keessattis bakka guddaa qaba. Amantiiw…
𝑨𝒔𝒔𝒂𝒍𝒂𝒂𝒎𝒖 𝑨𝒍𝒆𝒚𝒊𝒌𝒖𝒎 𝑾𝒐𝒓𝒂𝒉𝒎𝒂𝒕𝒖𝒍𝒍𝒂𝒂𝒉𝒊 𝑾𝒐𝒃𝒂𝒓𝒂𝒌𝒂𝒂𝒕𝒖𝒉𝒖𝒖 ╔══❖•ೋ° 🌹 °ೋ•❖══╗ 𝐀𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐉𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐌𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚! 📚 Channel koo isa kana join taasisuudhaan: ➤ Barnootaalee haala gaariidhaan qopheeffaman ni argattu.…
Yaa Kiristaanotaa! maaliif jecha Yesus Kiristos hordofuu dhiiftanii, bariisa jal'oo waldaa hordoftan...? Yesus Kiristos waa'ee ofii isaa maal barsiise jettanii osoo macaafa qulqulluu dubbiftanii, macaafichuu gara amantaa dhugaa (Islaamummaatti) isin geessa ture. Yesus Kiristos w…
Yesuus Ergamaa Rabbiitii Akkasuma Nama Guutuudhaa. Wanti Waaqa Guutuu fii Nama Guutuu Jedhu Inumaa Hin Jiruu Waaqni Kanneen Kana Hundarraa Bilisaa. 1️⃣. Akka Ragaa Qur’aanaatti Qur’aanni dhimma Yesuus (Iisaa A.S) irratti gadi fageenyaan dubbata. 👉 Namummaa Isaa: Inni akkuma nam…
📈ODUU GAMMACHUU: 🌐 BANIINSA AKKAADAAMII ISLAAMAA AL-ISHARA! Beekumsi ifa jireenyaati! Akkaadaamiin keenya "Al Ishara Islamic Academy" barnoota amantii Islaamaa gosa garaa garaa fi barnoota madaallii amantii (Comparative Religion) karaa Telegram isiniif beeksisa turuun ni yaada…
Be the first to review this channel
No reviews yet. Share your experience to help others decide.
Kaayyon keenya; ragaa irratti hundaa'uun barnoota amantii Islaama fi kiristaanaa dhiyeessuudha. Kanaafuu channel keenya kanarrattis barnoonni obboleeyyan kiyya…
11.6K
subscribers
This channel has no description or recent posts to determine its content.
395
subscribers
Aswrwb chanaliin kana irra barnoota heddu argachu dandessan Barnot islamumma Seena sahabota Sena rasuula S.W.S fi k k.. f irra argachu dandessan isinis join sh…
7.5K
subscribers
Only the latest crypto news
67.1K
subscribers
Sagantaawwan assirraa argattan kanneen Akka 1=da'awaa 2=seenaa 3=walaloo 4=jechama 5=gaafiif deebii 6=oduu haarawa 7=gaafii waldorgommii Fi k,k fakkaatan YAADA…
3.4K
subscribers
🌙 Sunnah Path 🕌 📖 القرآن والسنة | Quran & Sunnah ወደ መልካም መንገድ እንጓዝ 🌿 ማስታወሻ • ሐዲስ • እስላማዊ ትምህርት ✨ Follow the Sunnah, Walk the Right Path
11.3K
subscribers