Waan nama Ajaa'ibu! Yoo sirritti ilaaltanii jiraattan kanuma haalli mijjaawaan jiru Biyya teenya keessatti Da'awaan hedduu laaftee jirti! Sheekkan Da'awaa fi Darsiin beekkaman dhimma gara garaatiin qabamuun isaanii qaawa guddaa nutti bane! Majlisni namoota Da'awaa fi Barsiisa ir…